GAAFFIIN OROMOO IMPAAYEERA OLTUUMAA HABASHOOTAN IJARAMEE KEESSATTI DEEBI’UU HIN DANDAYU.
Elias jemal irraa
Akkum maatadureratti ibsuuf yaaletti impaayeera Toophiyaa hadhas mootummaa abbaa irreen wayyaaneen abbott isaaraa kan baratte ummataa nagaan gaaffii gaafatu deebiin keenuu ajjeesuu fi hidhaa dha gaaffiin oromoo impaayeera Ixoophiyaa keessaatti deebii akka hin argannee oromoon hubbachuu qabannaa maaliifa yoo jannee sababa sadi kaasuu hin danden
1 ffaa impaayeer Ixoopiyaa yaaroo ijaaramu kaassee ummataa nagahaa oromoo sanyii duugugun oromoo sanyii ekkaa, sirxee,hurufaa , garmama,tuluu cuqqaallaa,furii galaan, inxoxxoo fi (Tulluu daalattii) gidduu jiraan dhiiga dhangalaasuun lafee caaccabasuun maqaa oromoo jadhu balessun fi lafa irraa buqqisuun ijaaramee
2 ffaa hadhaas jaraa 21 tokko ffaa keessaattii sanyii duugugaa qaroomin gudiin biyyaa jadhee dhufee jaraa kan keessattii gudiin biyyaa jadhaanii oromoo sobannii oromiyaa alagaan dhunfachiisuuf ergaa abboott isaaniirraa fuudhatan gaalamaan gayuufa tattaafata jirani
3 ffaan hadhas waan addaa hin fidanee waan abboott isaaniiraa kana baratan akka haaraayaa fiidaan oromoo dhiiga dhaangaalaasu ajjeesuu lafaa isaara buqqisuu oromoon hamaa kolanii habashoota jaaltti kufee waan duriira jiruu kaa ittii fufuu haga impaayeer dhiiga dhaangalaasuun ijaaramee kuna diigamuutti oromoon biyya isaarattii akka bineensatti adamasuu ajjeesuun ittii dabala deemaa ixoopiyaa keessaatti ummanii oromoo nagah aragaatee akka jirachuu hin dandeene lalaa jiraa wayyaanen ilmaan oromoo kana finfineetti hafaan sanyii duguugga akka abboott isaani itumaa jiraan hadhaas oromoo kuman lakkaamuu buqqisanii mana dhabsisanii biyya dhuunfaachuuf wayyaanenis hadhaas sanyii duguugaa jiraatti maalifa kayyoon jaraa oromiyaa ratti qaban mootummooni ixoophiiyoota oromoo saanyii duguuganii oromiyaa abbaa dhaabasisanii abbaa itti tayuudhaa fedhiin issani hadhas borussa impaayeera dhiiga dhangalaassuun ijarame kun akka habashotaf taa uu tayeef waan ijaaramef oromoon achi keessatti deebii aragaate jiraat jachuun arjuma dha FURAAMANII KEENYA qabson dhaloota qubeen egalaame kana haga harmee oromiyaan bilisomtuti oltuum habachoot oromiyaa keessa dhabaamuti dhalooni qubee manati galuu hin qabuu mormina dhaloota qubeen egalaamee mootumman abbaa irree wayyaanee fi oltuum habashoot hundeen buqqisuu harmee oromiyaa akka bilisomasu shakkiin hin jiruu moormii qubeen kan rifate ummata harka qulaa mirg isaa ffalmatu shororkeessaadhaa jechuun ifaan ifatti waraana irratti labsee guyyaa adiidhaan dhiiga ummata keenyaa dhangalaasaa ture ittumas jira haa taa uu malee ummatni oromoo roorroo bara dheeraa waan jibbef afaan qawwee fuuldura dhaabbachuudhaan FDG gaggeeffamaa ture jalqaba bara 2016 irratti gara FXG tarkaafachisee jira ummani oromoo ummata dhugaaf dhaabbate ummata mirgaa fi bilisummaa isaaf dhaabbate ilmaan isaa waalin faana ta.ee qabsoo dhallota qubee isaa finiinsuun mootumma abbaa irree wayyaanee mootumma isaa ajjeesaa fi saamaa jiruu hundeen buqqisee ofirraa gatuu qabaa mootummaan abbaa irree wayyaneen mormii dhaloot qubeen kan raafamee abdii kutachuudhaan waraana daangaa irraa qabu gara oromiyaa deebisuun oromiyaa bulchiinsa waraanaa jala galcheera waraanni mootummaa wayaanees oromoo ajjeesuu madeessuu hidhu fi dararuu dubartoota gudeeduu fi qabeenya ummataa saamuu irratti hojjii godhate aragama kuunii kaanutti mulisu mootummooni habashoot kaayoon isaani oromoo balesu akka tayee nutti agarasisa kanafu impaayeera oltuum habashotan ijaaramee kun jigee oromiyaan oromoo ijaramuu qabadii
DHUGAA QABAN NI MONAA
Comments
Post a Comment