#OromoProtests Haji Guye Dula, a highly respected elder who was badly tortured during the protest Adaba, West Arsi has died. On the day of the protests Haji Guye and other elders were trying to intervene between the youth and soldiers to prevent clash when a soldier fired a tear gas from close range hitting him on the stomach. He passed out and his stomach swell right away. Haji Guye was hospitalized at Tikur Anbessa then later at at Asela Hospital and remained there for the last 6 months. He succumbed to his injuries today. May he join our martyrs in heaven. My condolences to his family and people of Adaba.
=====================
Magoddoon biyyaa bekkamaan Haaji Guyyee Duulaa, kan gaafa mormii magaala Arsii Lixaa magaalaa Adaabbaa miidhaman har'a gara fuula rabbii dabranii jiran. Mormii cimaa magaalaa Adaabbaa ture san keessatti joolleefi loltoota addaan eeguuf joollee afoo fiigaa turan achumatti worreen tear gas harkaa qaban garaa isaanii irratti dhukaasanii battalumatti naannoon handhuura isaanii dhiitayee dhukkubsachuu jalqabanii jennaan Hospitals Xiqur Ambassaatti Surgery godhaniin. Haata'u malee dhukkubbiin itti fure malee dhiisuunii hin dandeenye. haaluma kanaan boodas Hosp Asallatti wal'aanamaa utuu jiran lubbuun isaanii dabarte. Haaji Guyyee rabbiin wareegamtoota kenyaa waliin jannataan haa qananiisu. Maatiif firoottaan isaanii akkasumas ummata Adaabbaa kan manguddoo utubaa biyyaa ta'an kana dhabaniif jajjabina haa laatuuf jenna. Awwaalli isaanii boru waan ta'eef ummanni keenya Adaabbaaf naannawa sanii sirna awwaalchaa gaaddisa biyyaa wareegame kanaan malu akka godhaniif abdii qabna.RIP

Comments
Post a Comment