#OromoRevolution''Kinoo Haaromsii isaan hawaasat ittiin baacan kana fakaata.
Harreen ofiifuu hingaltuu loon galchitiiree?
Harreen ofiifuu hingaltuu loon galchitiiree?
- Muummichi Ministiraa Haaylamaariyaam Dassaalany kaabinee isaanii haaraa Mana Maree bakka bu'ootaa ummataaf dhiyeessuun raggaasifatan.
- Bu’uruma kanaan kaabinota haaraa 21 mana mareef dhiyeessanii muudamni isaanii sagalee guutuun ragga’eera.Muudamtoonni haaraa mudamanis sadarkaa baruumsaafi muuxannoo hojii iddoo mudamanitti kan gitan ta’uu isaa obbo Hayilamaariyaam dubbataniiru.
- Kaabinoonni haaraa muudamanis:-
- 1.Dooktar Warqinaa Gabayyoo- Ministira Dhimma Alaa
- 2.Obbo Taaggasaa Caafoo- Ministira Ministeera Pabliik Sarviisii fi Misooma Humna Namaa
- 3.Dooktar Abrahaam Takastaa- Maallaqaa fi Walta'umsa Diinagdee
- 4.Dooktar Baqqalaa Gulaadoo- Ministira Ministeera Daldalaa
- 5. Proofeesar Fiqaaduu Bayyanaa- Ministira Ministeera Qabeenya Misooma Beelladaa fi Qurxummii
- 6.Dooktar Iyyaasuu Abrahaa- Ministira Ministeera Qonnaa fi Qabeenya Umamaa
- 7.Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa- Ministira Ministeera Saayinsii fi Teeknooloojii
- 8.Ahimad Shiidee- Ministira Ministeera Geejibaa
- 9.D/R Ambaachaw Makoonnin- Ministira Ministeera Misooma Magaalaa fi Manneenii
- 10.Injiinar Ayishaa Mahaammad- Ministira Ministeera Koonistiraakshinii
- 11. Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa- Ministira Ministeera Bishaan, Jallisii fi Elektiriikaa
- 12.Obbo Mootummaa Maqaasaa- Ministira Ministeera Albuuda, Boba'aa fi Gaazii Uumamaa
- 13.Dooktar Gammadoo Daalee- Ministira Ministeera Naannoo, Misooma Bosonaa fi Jijjiirrama Qabeenya Qilleensaa
- 14.Dooktar Shifarraaw T/maariyaam- Ministira Ministeera Barnootaa
- 15.Proofeesar Yifruu Birhaanee- Ministira Ministeera Eegumsa Fayyaa
- 16.Dooktar Girmaa Amantee- Ministira Dhaabbilee Misooma Mootummaa
- 17.Dooktar Hiiruut W/maariyaam- Ministira Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii
- 18.Aadde Dammituu Hambisaa- Ministira Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii
- 19.Obbo Ristuu Yirdaaw- Ministira Ministeera Dargaggoo fi Ispoortii
- 20.Obbo Kabbadaa Caannee- Itti gaafatamaa Ministiraa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii fi Guumruukaa
- 21.Dooktar Nagarii Leencoo- Ministira Waajjira Dhimmoota Koomuniikeeshinii Mootummaa
- Ta'uun muudamni isaanii sagalee guutuun ragga'eera
Comments
Post a Comment