Qondaalota waraanaafi basaasaa ( Military and Intelligence) Wayyaanee ( TPLF) Liyyu Poolisii leenjisee Uummata keenyarratti duulchisan kanneen armaan gadiiti.
Qondaalota waraanaafi basaasaa ( Military and Intelligence) Wayyaanee ( TPLF) Liyyu Poolisii leenjisee Uummata keenyarratti duulchisan kanneen armaan gadiiti.
(Jawar Mohammed irraa)
Qondaalota waraanaafi basaasaa ( Military and Intelligence) Wayyaanee ( TPLF) Liyyu Poolisii leenjisee Uummata keenyarratti duulchisan kanneen armaan gadiiti.
(Bitootessa 17, 2017 maxxanfamee ture)
1. Kol/ Gabramadhin Gabre, Qindeessaa Zoonii Shinilleetifi Itti Aanaa Ajajaa Waraana Humna Waraana Addaa Somaalee;
2. Kol./ Fissahaa , Hogganaa Dhimma Nageenya Mootummaa Naannoo Somaalee, keessattuu dhimmoota Oromoo keessattiifi Dhimma Oromoo irratti akkasumas too'ataa nageenya Zoonii Fafam;
3. Kol/ Gitat Tasfaayee, Qindeessaa fi hogganaa waldhibdeefi nageenya daangaa irraa;
4. Mejar Dassaalany Haddish, itti gafatamaa dhimma nageenya Babbilee;
5. Mejar Abrahaa Sisaay, dura bu'aa ergamtootafi leenjitoota dame leenjii Bobbaas;
6. Birgaader Jeneraal Hadgu Belay, Gorsa dhimma nageenyaa Prezidaantii Mootummaa Naannoo Somaalee;
7. Kol/ Gabratansaay, dura taa'aafi qindeessaa Dhaabbilee Milishaa Somaalee;
Ergamtoota Oromoo Aangawoota Wayyaanee ( TPLF ) waliin Hojjatan Kan Qindeessan.
1. Liwtenaant Hasan Ali, miseensa raayyaa ittisa biyyaa kan ture yeroo ammaa kanatti aanaa Eraritti ajajaa poolisii addaa miseensota 120 qabuu kan ta'e ;
2. Kaapiteen Muhaammad Ibraahim, ajajaa tuta waraana 120 qabani kan aanaa Baabbilee;
3. Sarjant Usmaan Muhaammad, Aanaa Gaara Leencaa;
4. Sarjant Jibriil Ahmed, milishaa Oromoo aanaa Gursum kan gara Fafamiin Basaasu;
5. Sarjant Muhammad Usmaan, Raqe, Mayu Muluqee;
6. Sarjaant Fuaad Aliyyii, Aanaa Cinaaksan
* Poolisiin Addaa fi Milishaan Naannoo Somaalee rejmentii 26tti kan gurmaa'an yommuu ta'u tokkoon tokkoon isaanii waraana 500 of keessaa qabu;
Comments
Post a Comment