Gocha suukaneessa ummata Oromoo Godina Baalee Aanaa Madda Walabuu irratti Raayyaan waraana wayyaanee (TPLF) raawwate.

Aanaa Maddda Walaabuu Ganda Maddaatti Gaafa Guyyaa 05-06-2010 Wiixata idoo gabaatti Raayyaan Ittisa Biyyaa Nageenya Daangaa Eeguuf qubate dhukaasa hawaasa nagaan wal irraa bitee walitti gurguru irraatti sababa tokko malee rasaasa roobsuun namoota 3 yomuu du'an 7 madaa'aniiru. Kan nama gaddisiisu , iddoon namootni rukutaman qaamoota murteessoo ,muldhii fi morma jiidduu jiranii dha. Kunis ajjeechumaaf kan kiyyeeffateedha.
1. Xayyib Muhaammad Bakaashaa - Saala=Dhi , umrii =14.
2. Arboolii Alii Salaad- Saala =Du, Umrii= 45, Ijoollee= 8 qabdi .
3. Jawaaraa Sh/Aadam Baannataa- Saala= Du ,Umrii= 40, Ijoollee=7 qabdi .
B. Namoota Madda'an /Madoolee.
1. Seeifuu Sh/Muussaa Haroo- Saala= Dhi, Umrii =40 ,Ijoollee =8 qaba.
2. Ibroo Ahmad Usmaan- Saala= Dhi, Umrii =28, ijoollee =4 qaba.
3. Abdoo Coomii Boonayyaa- Saala =Dhi, Umrii =70 ,Ijoollee =15 qaba
4. Aliyyii Araarsa Gadaa- Saala =Dhi, ragaa hin arganne.
5. Sh/Muhaammad Roobaa Intalee-Saala =Dhi, Ragaa guutuu hin arganne.
6. Muhaammad Aliyyee Booruu Saala=dhi, Umrii =40 ,Ijoollee =6
7. Abdunaasir Abdurahmaan M/Alii- Saala =Dhi,Umrii =18 maatii hin qabu.
Guraandha- 6 ,2010
Suura namoota wareegamnii fi miidhamaniiasii gadittis ni jira |
A. Namoota lubbuun isaanii Galaafataman :
1. Xayyib Muhaammad Bakaashaa - Saala=Dhi , umrii =14.
2. Arboolii Alii Salaad- Saala =Du, Umrii= 45, Ijoollee= 8 qabdi .
3. Jawaaraa Sh/Aadam Baannataa- Saala= Du ,Umrii= 40, Ijoollee=7 qabdi .
B. Namoota Madda'an /Madoolee.
1. Seeifuu Sh/Muussaa Haroo- Saala= Dhi, Umrii =40 ,Ijoollee =8 qaba.
2. Ibroo Ahmad Usmaan- Saala= Dhi, Umrii =28, ijoollee =4 qaba.
3. Abdoo Coomii Boonayyaa- Saala =Dhi, Umrii =70 ,Ijoollee =15 qaba
4. Aliyyii Araarsa Gadaa- Saala =Dhi, ragaa hin arganne.
5. Sh/Muhaammad Roobaa Intalee-Saala =Dhi, Ragaa guutuu hin arganne.
6. Muhaammad Aliyyee Booruu Saala=dhi, Umrii =40 ,Ijoollee =6
7. Abdunaasir Abdurahmaan M/Alii- Saala =Dhi,Umrii =18 maatii hin qabu.
Gaafuma guyyaa 05-06-2010 Rayyaan ittisa biyyaa kunneen namoota erga rukutanii boodas, qabeenya hawaasaa saamanii , Beeyladoota immoo rasaasaan fixaniiru
Gaafa Guyyaa 04-06-2010nii Ganduma maddaa jedhamuuttii hoomaan raayyaa ittisa biyyaa qeerroo lakkoofsaan 12 ta'nii fi dubartii ulfa ji'a shanii qabdu irraatti maaf bishaan burqaa (maddaa) dhiqattan jechuun reebicha gaggeesaniin miidhaa cimaa 3 fi miidhaa salphaa 9 irratti raawwataniiru. Kunis namoota lama meeshaa waraanatiin lafee yommuu cabu, dubartiin ba'aa qabdu garaa keessa dhiituun ,qeerroowwan qabuun burcuqqoo qaruuraatiin dabbasaa irraa ciruun mataa isanii buburuksaniiru. Kun gochaa shuukkaneessa , gadhee fi dhala namaa kamiyyuu irratti hin raawwatamneedha.
Haalli Gochaa sukkanneessaa fi gaddisaan kun kan rawwaatameef "Sababa kan hin qabne ta'u illee Kanaan dura Aanaa madda walaabuu tti Raayyaan ittisa biyyaa konkolaataa Ooraalii Lakk Gabatee መከ 05766 DF Sukkaara Kuntaala 50 fe'ee deemu eeruu hawaasni kenneen too'anna jala ooluun murteen adabbii irratti kenname sana haloo/revenge/ bahuudhaaf akka ta'e."
NAMOOTA DU'ANIIF JAANNATA, MADOOLEEF BARAARAMA HAWWINAAF !

Comments
Post a Comment